qajeelfama hojjiin bunaa itti gaggeefamu/raawwatamu implementation... · seensaa omisha bunaa fuula...

31
Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Qote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru Ulaagaa Ittifufinsa Qonnaa irraatti hunda’udhaan neetiwarkii Ittifufinsa Qonnaa (NIQ)

Upload: doandung

Post on 21-Aug-2019

562 views

Category:

Documents


38 download

TRANSCRIPT

Page 1: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu

Qote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru

Ulaagaa Ittifufinsa Qonnaa irraatti hunda’udhaan neetiwarkii Ittifufinsa Qonnaa (NIQ)

Page 2: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

GALATAA

© 2013 Rainforest Alliance Mirgii Hundu Eegamadha

Qajeelfamin Kun Kan Qopheesan: heddumatee, akka raabisamu qarshiindhan deeggarsa kan godhee dhabbataa Qajelcha Misooma Adunyaa kan jedhamu (DFID) akka galanni Dhaqabuuf,

* Galataa gudda qote bulaa hojii kan Fakki hojjatan agarsiisuu keessaatti hirmataniif Ulifinaaf galaataa guddaa galichaaf.

Karengera Coffee Ltd.

Barru kanaa Kan Qopheese ogeessota Misooma Qonnaa fi Qajelcha Boordii Qonnaa biyya (NAEB) kan Qonnaa Biyya Ruwwandaa (RAB) fi dhaabbilee (COOPAC) fi (KZ) dhabbata Bunaa hundaafu Galanni isaaniif Haata’u.

Namootaa Qajeelfama kanaa Barreesan:Reiko Enomoto, Training Manager, Sustainable Agriculture Division, Rainforest Alliance

Qindominaan Hojjii Ogummaa isaan Kan kennaan.Jean Marie Irakabaho, Rwanda National Coordinator, Rainforest AllianceWinnie Mwaniki, East Africa Regional Manager, Rainforest AllianceMarc Monsarrat, Senior Manager (East Africa & South Asia), Rainforest AllianceSimon Martin Mvuyekure, Head of Coffee Program, Rwanda Agriculture Board (RAB)Jean Marie Sabato, Certification Project Coordinator, Coopac Ltd.Emmanuel Rwakagara Nzungize, President, Coopac Ltd.Gilbert Gatali, Managing Director, KZ Noir Karengera Coffee Ltd.Célestin M. Gatarayiha, Head of Coffee Division, National Agricultural Export Development Board (NAEB)Pierre Claver Gahakwa, Director of Certification, National Agricultural Export Development Board (NAEB)Mario Serracin, Rogers Family Company

Suuroota kanaa Kan KaasseeReiko Enomoto, Rainforest Alliance

Page 3: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin
Page 4: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/RaawwatamuQote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru

Seensaa

Boqqannoo 1:Bulcinsa ilbisoota Omisha Bunaa irraatti

Boqqannoo 2Bulchinsa Egumusaaf Qabisaa Qorichoota.

Boqqannoo 3:Eegumusaa Sirnakkoo

Boqqannoo 4:Eegumusaa Bishaan

Boqqannoo 5:Eegumusa Biyyoo

Boqqannoo 6:Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Boqqannoo 7:Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu

Boqqannoo 8:Bulchinsa Qonnaa

1

Page 5: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin
Page 6: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Seen

saa

Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu

hundii waliin qindayudhaan ittifufinsa bulchinsa omisha bunaa mirkanneesun irra Eegama.

Toofitaa qote bulaa Omisha bunaa ittinguddisuu Qote bulaa birraan gahuudhaaf hojjin

ittifufinsa qabu qote bulaa bunaa omisha irraatti hojjachun dirqama.

2

HOJUMAATA BADAA

HOJUMAATA GAARII

Buni biyyaa Afirriika keessaatti mindhaan sharaafa biyyaa alaa galichu keessaa olii

aanaadha. Kanaa mlaee qote bulaa naannoo buni itti omishamu jiraattan galii jirujireenya

maattii isaan omisha bunaa kanaa irraatti kan hunda’edha. Haata’u maale ittifufinsa

bulchinsa qonnaa naannoo buni itti omishamu yoo hinjirannee, qilleensa naannoo faalamun

isaafi dhiqama biyyoo irra gahuu danda’a. kun immoo faalamin biyyoofi bishan fayyaa qote

bulaa(lubuuqabiyeewan) irraatti Fidu kan sliphaa ta’uu mitti. hojumaata kanaan yoo

deemamee ta’ee omisha bunaa qulqulinaafi baayina isaa irraatti dhiibbaa olaana ta’ee fidu

danda’a.

Qote bulaan Bunaa Omishu Hojumaata Omishin

bunaa Ittiguddatu Hojjachu danda’a? Qajeelifama

Hojumaata bulchinsa kunuunsa bunaa kan itti

raawwatamu kanaa kan Qopha’ee. Kunii

murteedhaan “Ulagaalee Ittifufinsaa Qonnaa

bunaa qabuudha.” Bara 2010 Haggayaa

keessaatti Qopha’era. Ulaagaaleen kuni kan inii

ufisuu barbachisuma ittifufinsa omisha buna walin

kan waliqabateedha. Kanaa irra ka’amee

bareefaminne kun baayee gaarii ta’uu isaa

mirkaannayera.

Seensaa Itti fufinsa Omisha Qonnaa Bunaa

Page 7: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Seen

saa

Haaliduree Waraqaa Ragaa

Ulaagaale keessaa qabixii 80% argachu. (ulaagalaa waligalaa 99

qaba.)

Ulaagaale keessaa qabixii 50% argachu. (ulaagalaa waligalaa 10

qaba.)

Ulaagalee Dirqamaa hundaa Argachuu/Guutachu/.(Ulaagaa

Dirqamaa 15.)

1.

2.

3.

Qote Bulaan ulaagalee hundaa guutu yeroo tokkoo keesssaatti hinguutu

ta’aa. Haata’u malee Qajeelfama kanaa keessaatti Qote bulaan

hojumaata isaan sireefachuudhan ulaaga omisha bunaa yeroo gabaaba

keesssaatti guutachuu danda’a. Kanaa maalee naannoo biqiltuu bunaa

ittidhaabbatu, naannoo buni ittimiiccamuufi bulchinsa seera omisha

buaa ittiomishamu fooyeefachudhan ulaaga RA guutuun ni-danda’ama.

Baafataa Qajeelfamoota Baahan

Boqqannoo 1:Bulchinsa ilbisootaa Omishaa Bunaa irraatti

Boqqannoo 2:Bulchinsa Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota

Boqqannoo 3: Eegumusaa Sirnakkoo

Boqqannoo 4:Eegumusaa Bishaan

Boqqannoo 5:Eegumusa Biyyoo

Boqqannoo 6:Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Boqqannoo 7:Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu

Boqqannoo 8:Bulchinsa Qonnaa

Qajeelfamin kuni Boqqannoo 8 offikeesssaatti hammatee ulaagaa bu’raaleetti hunda’ee.

Ulaagaa 8

3

Fuula 4

Fuula 10

Fuula 12

Fuula 16 Fuula 25

Fuula 24

Fuula 21

Fuula 19

Ulaagaa 2

Ulaagaa 4

Ulaagaa 9

Ulaagaa 10Ulaagaa 6

Ulaagaa 1

Ulaagaa 5

Dhimmoon asiingadditti bareefaman ulaagalee gaddii-Aanaadha

Qabamanniidha.

Page 8: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Bulc

hin

sa ilb

iso

ota

a O

mis

ha

Bunaa

irr

aatt

i

Boqqannoo 1

4

Ittifayyadama Dikee

Midhaan dikee gahaa ta’ee yoo argatee omishaa gahaa ta’ee kennu

danda’a. buna haadoo fayyaa ta’ee immoo kan ilbisaaf dhukubaa offirra

ittisuu danda’a irra omishuuf dikee gahaa ta’ee bunaatti godhamun

dirqama.Bunaa haraafi kg 5 buna hundee tokkoo, 10 kg immoo bunaa

Haadhoo ta’eef godhuun ni-barbachisa.

Buna miiccame qolaa isaa irraa deebi’amee, dikee irra hojachuudhan

ittifayyadamun omisha buna akka dabalu beekuniif, haraafi Haftee

mindhaan irra dikee qopheesun ni-danda’ama.

Bulchinsa ilbisootaa Omisha Bunaa irraatti

Ittifayadamin qorichaa kan ittigargaramu qabu ilbisaaf dhukubba dhorguuf qofaa

ta’uu hinqabu.Buni yoo fayyaa ta’ee ilbisaaf dhukubaa irra blisaa ta’uu danda’a.

Haata.u maalee yeroo buni ilbisootaaf dhukuban qabamee qoricha malee, buna irra

ilbisootaaf dhukubaa ittisuun nidanda’ama. Kutaa kanaa keessaatti qorichaa malee

ilbisaaf dhukubaa toofitaa offirra ittisuun ittidanda’amu yaalamee.

Mukaa buna isaa oddo hintuqinne hundee

jalaatti qofaa godhun (where there are feeder

roots underneath). Akka biyyoon walimaku

jalaatti godhu. Kun immoo albuuda nyaata

hundee bunaatiif nidabala.

Dikeen Ergaa ittigodhamee boodaa biyyoon

hundee jalaa jiru walin walimaku isaa

(uffachuu) isaa mirkanneefachun

barbachisa.yoo walihinmakinnee dikeen kan

akka roobaaf qilleesinsaan albuudan dikee

keessa dhiqamu danda’a, kanaafuu akka

biqiltun albuuda dikee yeroon fudhaatu

godhuun gaariidha.

Kg 7-10 Dikee qopha’ee hundee bunaa tokkoo jalatti godhamu

Page 9: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

5

Bulc

hin

sa ilb

iso

ota

a O

mis

ha

Bunaa

irr

aatt

i

Clay based

5.2

10

12

4

35

7

4

10

7

.25

.35

.52

.2.5

1/4”

.1.7"

N/A

6.5 - 7.0

10 - 20

10 - 20

5 - 10

150 - 200

2 - 5

5 - 25

10 - 20

.5 - .5

.5 -.51 - 100

0 - 30

7 - 10%+

7” - 10” +

N/A

N/A

Low

Normal

Normal

Normal

Low

Normal

Low

Normal

Low

LowNormal

Excessive

Low

N/A

N/A

LABORATORY ANALYSIS AND RECOMMENDATIONS

Xinxaala Biyyoo

Yeroo tokkoof bu'aa xinxaala biyyoo laabiraatoori Qorannoo Qonnaa irra argamee booda biyyoo keessaatti albuuda kamitu hiratee YKN guutu akka ta'ee argamuudhaan, ajajaa kennamee gabaasa irra hordoofun nidanda'ama.

Ittifayadama Xaa’oo keemikaala

Ittifayadama xaa’oo lafaa gaddisa mukaa qabu jalatti Xaa’oo Ufisa, lafaa xaa’oo ittinaqamee biyyoo irraatti ufisu

Ittifayadama baayina xaa’oo beekudhaaf, dursaa xinxaali biyyoo godhu YKN Xinxaala baala

biqiltuu midhaan godhuudhan albudaa kamitu akka hiratee beeku, Ogeesa Mala Qonnaa

keessan Qunnamu YKN gaggeesa Garee Gargaarsa faki biyyoo xinxaala argachuuf

raawwachu.

Fakii Bu’aa xinxaala Biyyoo, Saaduqa dimma keessaatti kan mulisu Albuudan biyyoo keessaa jiruuf kan hiratee YKN kan gahaa ta’ee jirachu isaa mulisa.

Hubachisa: Qonnaan Bulaa Uumamaa yoo jiratee, kutaan kanaa hindabalatu/hinilaalatu/

Xaa’oo Keemikaala yoo ittigodhamuuf yaadamee offiegannoodhaan

baayina isaa madaludhan hanga barbachisu ittfayadamu, Meeshalee

madaali ittifayadamu, Fkn gaaloon zeyitaa ykn Margariidhan

ittifayadamun madaludhan baayina ajajamee beekudhaan fayadamamu.

Page 10: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Kichuun damee lammafa yoo irra hinmuraminnee

sirnna nyaata albuuda hundee buna irraatti

midhaa fidu danda’a, kanaa maalee kichuu irra

muruun hundee bunaaf ilbisootaaf dhukubaa adda

addaa akka hinqabaminneefi qilleensa mija’aa

ta’ee biqiltuuf Uumee akka buni ililii baafatu

godha.

Buna Maqqaasu/Muruu/

Damee Goggee/du’ee irra muruu

Damee/damee irraatti margee mruu

Removing suckers from the main stem

Damalee lammafaa irra muruu

6

Bulc

hin

sa ilb

iso

ota

a O

mis

ha

Bunaa

irr

aatt

i

Buna maqqaasuun omisha buna guddisuuf

hundeen buna akka fayyaa argatu godhaa.

Dameelen hundee buna irraatti yoo Kan goggaan

irra himuraminnee hundee buna irraatti ilbisootaaf

dhukuba fidhudhaan garaa dameelee fayyaa ta’an

irraatti dabarisuu danda’a. Kanaa malee damee

omisha kennuu irra albuuda nyaata hundee bunaa

irraa hirachuudhaan dameele birra akka fayyaa

hinargannee, omisha gahaa ta’ee akka

hinlaannee godha, kanaafuu irra maqqaasuun

barbachisaadha.

Page 11: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Firii Dulooma irraa Guuru

Ilbisootaaf Dhukubaa maasi bunaa keessaa

balieesuudhaaf firii bunaa Bara baraan hundee buna

irraatti hafuu irra gurudhaan bishan o’aa keesssaatti

danfisuudhan boola qopha’eef keesssaatti awalun

ilbisootaaf dhukubaa hundee bunaa keesssaatti dadarbuu

akka dhabatuu godhu ni-danda’ama.

Buna qoshee /buna qulqulina hinqabinnee/ goggisuu

Firii Danfisamee Boola qopheesudhaan keesssaatti naqauu

7

Bulc

hin

sa ilb

iso

ota

a O

mis

ha

Bunaa

irr

aatt

i

Firii dulooma irraa Guuru

Hundee bunaa firii dulooma irraatti hafee

Firii dulooma irraa Guuru

Omishan buna firii hundee irra egaa sasabun booda, firii

dulooma ta’ee, Kan omishi isaa hinbarbadaminnee hundee

bunaa irra guuruudhaan walitti qabachun dirqama qote

bulaa tokkoodhaa.Yoo irra hinguuraminnee ilbisootaaf

dhukubaa adda addaa fidhuudhaan hundee buna irraatti

firii omisha booda uumamuuf rakkoo fidu danda’a

Dhukuba IJaa buna dimma uru

Page 12: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

8

Ittifayyadama Baala Biqiltuu Reeffa Ittiin dhiqamu

“Pyrethrum” jedhamuu ililii

isaa irra cuunfamee Kan

hojatamuudha. Afriikaan

Qorica U. Chrysanthemum

jedhama kanaa, biqiltun Kun

naannoo badda Rwaandaa

keesssaatti waan biqiluuf,

Biyya kanaa keesssaatti

warsha qoricha kanaa

cuunfee qopheesu waan

jiruuf.

Hunachisa: Buna Uumama Garaa alaaergamu, United States tiif, itti godhuun dhorgadha. Kanaafuu abba waraqaa ragaa kennuu wajjin mariachundaan ilaaluun nidanda’ama

Afriikaan Chrysanthemum Qoricha ilbisa uumamaa “Pyrethrum” irra hojatamee

“Olokeen” buuphaa isaa baala irraatti buusa, kanaafu

yeroo biifaan raawwatuu baala bunaa gamaa

gadditin itti facaasun ni-barbachisa.

Hogga meeshan/a cap/ gutu tehai 20ml welkita

Pyrethrum” Ittifayyadama

Olokeen buupha’a ishee baala gajalaatti buusa

Keesa Olokee

Baala gamaa lammaanu ittibiifuu.

Bulc

hin

sa ilb

iso

ota

a O

mis

ha

Bunaa

irr

aatt

i

45ml “Pyrethrum” bishaan leetera 15 walimakuudhaan biifituudhaan biifuu ni-danda’ama

Page 13: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

9

Qamaaxira ilbisoota

Toofitaa ilbisin ittiqabamu

Ilbisootaa kan ittigurman laastikadhaa

Meeshan ilbisa qabuu yoo hintolee meeshaa laastikaan qabuun

ni-danda’ama.Hundee bunaa kan uru qalaqmin diimmaa waan

offiitti harkisuuf ilbisoota guurun salphaa ta’uu danda’a, kanaafu

qalamaa diimma ittifayyadamun ilbisaa kanaa qabuuf

gaariidha.oddoo qorichaa tokkoo ittifayyadamin offirra eguun ni-

danda’ama.

Kanaafu qalamaa huduman yoo ittifayyadamun ilbisaa kanaa qabuuf gaariidha.oddoo qorichaa

tokkoo ittifayyadamin offirra eguun ni-danda’ama.

Bulc

hin

sa ilb

iso

ota

a O

mis

ha

Bunaa

irr

aatt

i

Hunachisa: Bunaa Uumamaa Garaa alaa ergamu United States tiif, itti godhuun dhorgadha. Kanaafuu abba waraqaa ragaa kennuu wajjin mariachundaan ilaaluun nidanda’ama.

Qamaaxiri ilbisoota meeshaa Hammayaa kan ilbisootaa

ittintooatamu fi ilbisaa hundee bunaa Uru dhorguudhaaf kan

gargaruudha.meeshaa kan yoo ittifayyadamitan hundee tokkoof

tokkoo irraatti 100 barbachisa.

Page 14: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota

Boqqannoo 2

Qoricha kamiyuu bunaa irraattii ittifayyadamun dhorgadhaa, kanaafu filannoo garagaraa

ittifayyadamudhaan libisaaf dhukubaa offirra ittisuun ni-danda’ama. Kanaan alaa yoo

qorichaaf xaa’oo itti fayyadamintan qamaa namaa akka hintuqinnee offi egachuudhan

ittifayyadamun ni-barbachisa. Yoo kun hingodhaminnee qaama namaa irra rakkoon

dhaaqabuu danda’a.

Offi Eegannoo, Meeshaa Qaama Offiirra Ittiittisan, Ulaaga Dirqamaadha

Hunachisa:

Ufata Awwara (kan Ijaa, Kan Funyani, Afaan, Mataa, kan kana fakatanidha.)

Meeshaa Qaama Offiirra Ittiittisan (PPE)

Hunachisa: .Qote bula miseensa Bunaa Uumammaa yoo ta’ee isin hinilaalu

Yoo Xaa’oo ittifayyadamin gaantii

Harkaa godhachu, “gloves” Xaa’oof

duwwaa harkaan tuquun dhorgadha.

Meeshaa qoricha Gingilchu

Ufata Awwara (kan Ijaa, Kan Funyani, Afaan, Mataa, kan kana fakatanidha.)

Egum

usa

af Q

abin

saa

Qo

rich

oo

ta

10

Yoo qorichaa biifuu barbachisa ta’ee argamee

meeshaa qaama keenya guutu guutudhaan nuirra

ittisuu danda’u Ufachuun barbachisaadha.

Meeshaleen kunsi: Koofiyaa, meesha ijaatti godhamu,

meeshaa funyaaniittii godhamu, ufaata qama guutu,

kophee miilaaf harkaatti godhamu godhachu.

Kanaafuu qorichii qamaa namaa iddoo tokkoo elee

tuquu hinqabu.

Meeshaa qoricha Gingilchu Ufachuun

barbachisaadha.

Page 15: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Kuusa Qoricha Eegumusa Godhuuf

Qoricha yoo kuusun barbachisa ta’ee argamee mana jireenya alaa iddoo kophaa ta’ee, ijooleen hingeenyeetti qopheesudhaan kuusun dirqama. Kanaa malee iddoo qorichi jiru mallattoodhaan beekisisuu dirqama.kuusaan manaa qoricha kan ijaaramu kanaafi jedhamee qofaa ijaarmuu dirqma abbaa qoricha ittifayyadamuudha.

Ijaarsii mana kanaa kan bishaniif rooba keessa hingalichinnee ta’uu qaba

Qoricha yoo hundee bunaa irraatti facaasatan ta’ee, mukaa daangaa maasii bunaaf maneen naminne keessaa jiraatan adda baasun dirqama. Kanaa malee karaa elee yoo jiratee akka naminnee qoricha biifamaa jiruun hinfalii gochun dirqama.

Qoricha seera alaa mana keesssaatti kuufamu hinqabu, Ijooleen fudhatan akka bishan ittifayyadamu waan danda’anniif oddo hinbeekinnee, kanaafu irra fageesudhaan kuusun barbachisadha.

Qoricha Alawaadaa kuufamee

Qoricha Siree jalaatti kuufamee

Biqiltoolee Daangaa Maasii Irratti Dhaabaman

Mukeen daangaa maasiif manaa jedduu dhabbatan jiran.

Egu

musa

af Q

abin

saa

Qo

rich

oo

ta

11

Page 16: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Eeg

um

usa

a Si

rnak

koo

Eegumusaa SirnakkooBoqqannoo 2

12

Mukaa Bosonaa Muruun Dhorgadha

16

Eegumusaa Sirnakkoo dirqama

Hunachisa:

Qusannoo Huminaa SunsumaaNyaataa qopheesudhaaf abidii barbachisadha,

yaata’u malee sunsumaa gaarii hinta’annee yoo

fayyadamannee abidaa gahaa ta’ee argachu

hindandeenyu. Kuns sunsumaa qilleesnsaaf banaa

ta’ee yoo ta’ee humina jiru ni-qisaassama.

Kanaa malee namin hojetu aaraaf saaxilama,

kanaafuu sunsumaa qilleesaaf banna hinta’aneetti

fayyadamun humina abida gahaa ta’ee argachu

nidanda’ama.

Kanaa malee muka qoraan baayee xinnaa ta’een

hojjachun nidanda’ama. Biqiltuun akka baayinaan

dhaabatuu fi guddisuun ni-gaafata.

Maasii bunaa naannoo sirnakkoo jirutti yoo misoomaa jiratee, kuns Bosonaa, Bishan Caffaa,

Haroo, ykn lagaa, seeran eegumusaa isaa sireefachun dirqama. Qote bulaa abba maasi

ta’een sirnakkoo baleesuun dhorgadha. Kanaafuu yoo eegumusi sirnakkoo misooma bunaa

waajjin walikeessaa makaa ta’ee jirachuu danda’a. kanaa malee boqannoo kanaa

keesssaatti seera bulchinsa haawwasichaa sirnakkoofi maasi bunaa wajjin haali itti hojatamu

nibarreefama.

Sirnakkoo, kunsi Bosonaa, Bishan caffaa,

haroof laggaa naannoo maasi bunaa yoojiratee

naannoo kanaa irra eegumusa isaa godhun

dirqama.mukaa ta’ee mindhaan naannoo kanaa

muruun dhorgadha.

Page 17: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

13

Eeg

um

usa

a Si

rnak

koo

Faayeedaan Gaaddissa maasi bunaa keesssaatti oliaanaadhaa, maasi bunaa akka biyyoon isaa

omisha gahaa ta’ee kennu danda’uuf baali isaa harica’uu immoo garaa dikeetti jijjiramee lafaafi

albuuda nyaata hundee bunaaf ta’uudhaan faayada.

Mukaa Gaaddissa

Bunaaf gaaddissa ta’ee adu

hamma irra dhoorgaa

Biyyoo niqabanneesa, bishan biyyo

keessaa Eegaa.

tokkoo elee yoohindhaabanne omishinne

buna yeroo duraaf argachuun ni-danda’a

ta’a. Haata’u malee fuula duraa biyyoon

albuudaa keessaa waan lolaafi

bubbeedhaan fudhatamuuf omishin

bunaa barootan dhufaan keesssaatti

waan xinnaatuuf, xaa’oon elee yoo

ittigodhamee lafaa kanaa garaa maasi

omisha gahaa ta’ee kennu danda’uutti

jijjiruun hindanda’u.

Maasii Bunaa Gaaddissa malee jiru

Hundeen Mukaa Biyyoo qaba, Eegumusa biyyoof.

Baali gaaddissa yeroo lafaa irraatti bu’ee dikeefi afaa ta’ee dikumma lafaa dabala.

Maasi keesssaatti lubuqabiyee eegaa, haalaa qilleensaa mijeesa, yeroo qilleensa gogga bunaa

goggissaa irra eegaa.

Kan akka mukaa laafitoo biyyoo keesssaatti hojjii albuuda nyaata bunaa biyyoo keesssaatti dikeesa.

Mukiin tokkoo tokkoo Qote bulaaf gaalii dabalataaf gargaru.

Gaaddissi waan maasi keessaa jiruuf omishin bunaa waggaa waggaan dabaluu danda’a.

Mukii gaaddissa walifakatee maasi buna

irra jirachuu omisha bunaaf

gaariidha.Mukin gaaddissa bunaaf

gaariidha, yaata’u malee maasi bunaa

keesssaatti yoo hinto’ataminnee omisha

bunaa irraatti dhiibba fidu danda’a.

kanaafuu muka gaaddissa maasi buna

keessaa jiru to’achuudhan irra muruun

barbachisadha.

Gaaddissi bunaa haalaa gaarin

dhaabatee Bu’aan isaa

Mukii gaaddissa walifakatee maasi buna irra jirachuu

omisha bunaaf gaariidha

Page 18: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Eeg

um

usa

a Si

rnak

koo

14

Mukaa Gaaddissa

LeuceanaMarkhamiaCalliandraAlnusIngaFicusPolycias fulvaCordina AfricanaMaesopsis

Alnus

Calliandra

Leuceana

Mukii kun mukaa biyyaa

keessaa YKN alaa dhufee

misooma jiru ta’ee hojjii

misooma qonnaa keesssaatti

bu’aan isaa maasi

keesssaatti walimakka ta’ee

yoo misoomee, “agro forestry

system” lafaa

gabbisuudanda’a.

Mukni akka Bargamoo garuu

naannoo bunaa keessaa

dhaabun dhoorgadha. mukii

bargamoo bunaaf mindhaan

birra mija’aa mitti, omishaa

irraatti dhiibba fida. Markhamia

Inga

Gaaddisn Bunaa yeroo dhabatu fageeny isaa walirra 6 M X 6 M Jiduisaan. Walittidhiyeesan dhaabun

dhoorgadha.

Hubachisa: Naannoon Oromiayaa Gaaddissa naannaa offi (biyyaa keessa) jiru dhaabachun isin irra

eegama.

Page 19: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

15

Eegum

usa

a S

irnakko

o

Ficus

Maesopsis

Polycias fluva

Macadamia

Orange

Papaya

Mukeen firii isaan nyaataman

kan akka mango, avocado,

Muuzaa, fi papaya maasi

bunaa keessa dhaabun qote

bulaa irra eegama. Yeroo

dhaabatu hundee bunaa irra

fagaachuu qaba, akka nyaata

albuuda irraatti

walhinsaminnee.

Page 20: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Eegumusaa BishaanBoqqannoo 4

Meeshalee biifituu Miiccuu

Bishaan lubuudha. Burqan bishaan yoo falamee, lubuulee namaa, fi horii ta’ee kan akka

qurxumiif lubuuqabiyee bishaan keessaa jiran hundee dhabamu danda’u. yoo burqaan

goggee immoo jiru lubuqabeeyee keessaa jiraaniif jirachuuf rakkisa ta’a. kanaafu burqaan

bishaan Eegumusaa isaa cimmisuun dirqama

Xurii Bishan manaa keessaaWayaafi meesha manaa keessaa yeroo dhiqamu xurii isaa karaa lagaaf burqaa bishan deemu

hinqabu. Yoo deemee immoo bishan nifalamaa lubuqabeeyeen keessaa jiran ta’ee kan bishaan

ittifayyadaman irraatti rakkoo fayyaa miidhuu fida. bishan kun dhugaatiif ta’ee waan birra ta’uu

hindanda’u, kanaafu xurii dhiqaa offi eegannodhan iddoo qopheef qofaatti naquun

barbachisaadha.

Eeg

um

usa

a B

ishaa

n

16

Qorichootaa adda addaa egaa biifamee booda

meeshaa ittin biifamee seeran dhiqamee xuriin

isaa iddoo boola isaaf qopha’ee keesssaatti

kasalii boola keesssaatti qopha’ee, jirutti

naquudhaa. Kanaa malee naannoo lagaa,

burqaa bishaan, jirutti naquun barbachisa mitti.

Lubuqabeeyawwan waan ajjeesuuf.rakkisa

ta’a. kanaafu burqaan bishaan Eegumusaa

isaa cimmisuun dirqama

Qorichootaa adda addaa egaa biifamee booda

meeshaa ittin biifamee seeran dhiqamee xuriin

isaa iddoo boola isaaf qopha’ee keesssaatti

kasalii boola keesssaatti qopha’ee, jirutti

naquudhaa.

Page 21: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Eucalyptus near streamsBaargamoon biqiltu biyya Afirkaa m Eucalyptus near

streamsitti, kan dhufee naannoo rakkoo qilleens jiru irra

kan baratameedha. Baargamoon yeroo naannoo burqaaf

lagaa bishan yoo dhaabatee lafaa jalaan bishan gara offi

harkessee naannoo isaa iraa bishan akka dhabamu godhu

danda’a, YKN goggosuu danda’a.

Kanaaf naannoo bishan jiru Baargamoon dhaabun

dhorgadha. Baargamoon yoo dhaabatee jiratee achii

buqisuu barbachisaadha.

Naannoo bishan jiru Baargamoon dhaabun dhorgadha.

Baargamoon yoo dhaabatee jiratee achii buqisuu

barbachisaadha.Akene yoo Gone bishan lagaaf burqaa

fuleduretilai niagema.

Bargamoo dhaabatee naannoo lagaa irra buqisuuBurqaa Goggoogee

Bargamoo naannoo lagaa dhaabatee

Eeg

um

usa

a B

ishaa

n

17

Page 22: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Naannoo Burqaan bishaan jiru mindhaan jirachu hinqabu

Bunaa YKN Muduraleef Kuduraan naannoo lagaafi

haroo jiru yoodhabatee, biyyoon naannoo saan jiru

dhiqamu danda’a yoo qoricha itti fayyadan elee

falamin bishaan irraatti godhamu danda’a.

Bishaan Roobaa Cimmifachuu

Xuriif Haraan manaa, Burqaa bishan seenu hinqabuXuriifi haraa manaa kamiyuu naannoo burqaa

bishan jirutti kuusuun ta’ee ittigatuun Dhoorgadha.

Kanaafuu toofitaa haraa ittigatamuu tolifachun

Qote bulaa irra Eegama.

Bishaan qulquluu ta’eef Bishaan Xurii irra bilisa godhuun, “Dirqama Ulaagadhaa”

Hunachisa:

Eeg

um

usa

a B

ishaa

n

18

Naannoo bishan jiru biqiltu kamiyu dhaabun

dorgadha, yoo amman dura dhaabatee jiratee

tutuquu irra dhaabachu qaba, qoricha naannoo

saan keesssaatti biifuun dhaabachu qaba.

Roobin Burqaa

bishaaniidha. Roobin

yeroo ganna roobu mana

irraa cimmifachuudhan

eega qulquleesinnee

boodaa itti fayyadamu

nidanda’ama. Kanaa

immoo kan qote bulaa

gargaruu yeroo bonaa

deera saan keessatt

bishan itti fayyadaman

argachuuf toofitaa

gaariidha.

Page 23: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Eegumusa BiyyooBoqqannoo 5

Magariisa (Biqiltuu) Ittiufisuu

Biyyoon Qonnaaf Bu’uraadha, Biqiltuudhaa lubuudha. Keesaahu biyyooni gubbaa

(top soil) jiruu nyaata albuudaa mindhaan Gahaa ta’ee offi keessaa waan qabuuf

mindhaan gargaraaf baayee gaariidha. Haata’u malee yoo qilleesnatti afaamee

albuudan isaa keessaa dhiqamuu danda’a. boqqannoo kanaa keessaa toofitaa itti

Eegamu danda’u ilaala.

19

Eeg

um

usa

Biy

yo

o

Rakkoo kanaa ittisuuf lafaa biqiltuu adda addaattin Ufisuun ni-barbachisa. Lafaa qulaa ta’ee

dhiisuu irraa afaa maragaa irraatti uffisuun akka biyyoon, lolaafi bubbeedhaan hindhiqaminnee

gargaraa. kanaafuu lafaa irraa margaa magariisa irra balisuun YKN dhabimsiisuun barbachisa

mitti.

Biyyoon tutuqaa adda addaaf yoo saaxiilamee, akka

salphaatti lolaa bishaanttin ta’ee Bubbeedhan

fudhatamu danda’a. kanaa malee lafitti sigigaatee

naannoo irraatti balaa gaggeesu danda’a.

lafitti sigigaatee tabaa ta’ee biyyoon isaa lolaadhaan

fudhatamu isaa irra naannoo irraatti balaa gudda

ta’ee uumu danda’a.

Page 24: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Marigaa Iddoo Qulaa ta’ee irra Dhaabuu

Temeda

Calliandra

Afaa Bunaa

(Hubachisa: Calliandraan Margaa mitti. Yaata’u malee yoo irra hamammee, deebi’ee margaa hojjii egumusa biyyoof bishaniitiif baayee gargaraa, kanaa malee kan irra hamammee nyaata horiif gargara.)

Teeson lafaa keenya yoo tabaa qabatee, lafaa

keenya kanaa irraatti biqiltuuf margaa adda addaa

yoo dhabatee akka biyyoon bishaniniif bubbeedhan

hinfudhataminnee dhoorgaa. Kanaa malee daagaa

Margii lafaa tabaa keesssaatti dhaabatee lafaatti akka

hindhiqaminnee dhoorguu irraa margaa irra jiri

haamudhaan afaa buna jalaafi (Mulchining) ittifayyadamun

nidanda’ama, margaa hafee immo horiin akka nyaatan

godhuun bu’aa guddadhaa.

Bunaa jalatti afaa godhuun lolaan bishaniif bubbeen akka biyyoo hinfudhannee dhoorgaa. Margii

afaa ta’uu immoo waggaa tokkoon booda garaa biyyootti jijjiramee albuuda biyyoo keessaa jiru

dabaluu danda’a. kanaa malee akka araman hinbiqilee maasi keesssaatti dhoorgaa, biyyoo keessaa

bishaan akka jiraatuu godha. Afaa bunaa ta’uu danda’u margaa adda addaa ta’ee kan akka hafitee

mindhaan boqqoola,muuzii baalaa adda addaa mumuramee lafaa irraatti furdinna afaa CM 5

afuudhan itti faayadamun ni-danda’ama.

Elephant grassNapier grassThemeda triandraTripsacumCalliandra

Marigaa Ittisaa Eegumusa biyyoofi Gargaruu.

20

Eeg

um

usa

Biy

yo

o

Page 25: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa

Boqqannoo 6

Maasii Qote bulaa keesssaatti Haraa manaa (Balifii)

kan Uumammaaf kan uumammaahintannee

lammanu nimulata. Haraa manaa(Balifii) yoo

qabinsaan alaa awalammee YKN Gubatee

faalamaa naannoo keesssaatti rakkoo inni uumu

oliaanaadhaa. Kanaafuu haraan manaa keessaa

YKN balifii qabinsii isaa seeran kuufamee garaa

dikeetti jijiramu qaba.

Haraa manaa keessaa bahee (Balifaa) Gubuun dhoorgadha. .

Bulichinsa Haraa Manaa (Balifaa) Laastika

laastikaa joniyaa keesssaatti kufamee

Laastika lafaa irraatti gatamee

Bulichinsa Xurii, Balifaa(Haraa Manaa) Uumammaa

Haraa mana Alawaada keessa bahani, falittii Horii, Hafitee mindhaan akka

boqqooola, Muuzii, fi baala kuduraaf muduralee adda addaa irra dikee

uumammaa naanno manaatti hojachuun nidanda’ama.Kun immoo omisha

buna waggadha waggaatti dabalu danda’a

Bulc

his

a X

uri

i, B

alifaa

, H

araa

man

aa

21

Laastikin dikee ta’ee

garaa biyyootti jijiramu

hindanda, kanaafuu

lafaa irraatti gatuuni

faalama biyyoo waan

fiduuf Laastikin dikee

ta’ee garaa biyyootti

jijiramu hindanda,

kanaafuu lafaa irraatti

gatuuni faalama

biyyoo waan fiduuf

Jooniyaa keesssaatti

walittiqabuudhan gara

warsha akka deebi’ee

deemu godhu

barbachisa

Page 26: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Toofitaa Dikeen itti Hojjatamu/Qophaa’u

Dikee qopha’aa jiru gubbaa isaatti Doqee looniif biyyoo gubbaa

irraatti naquu barbachisa. Yoo haala kanaan qopha’ee albuuda

nyaata hundee bunaa gaari ta’a.

Yeroo Boola keesssaatti dikeen qopha’u baalaaf margaa magariisaa

ta’ee mummurdhan keesssaatti gatuu, kan akka haftee mindhaan,

mindhaan deedhii, keesssaatti kuusuu, yoo danda’amee baalaa

Tithonia, baalaa Bakulee(Mixaaxisa) itti dabaluudhaan albuudan

dikee keessaa jiru gahaa ta’ee akka qopha’u waan godhuuf

ittidabaluudha.

yoo danda’amee baalaa Tithonia, baalaa Bakulee(Mixaaxisa) itti

dabaluudhaan albuudan dikee keessaa jiru gahaa ta’ee akka qopha’u

waan godhuuf ittidabaluudha. Kunsi kan akka albuuda Zinc, Boron

dabaludhaan omisha buna gahaa ta’ee qote bulaan akka argatu

godha.

Dikee gaddisa jalatti booli qopha’eef

Galabaa Baqoolaa

Damee irra muruu

Haftee Mindhaan

Tithonia

Bala Dubbafi Bakulee(Mixaaxisa)

Dikeetti dabaluuf mumuraamu qaba.

Bulc

his

a X

uri

i, B

alifaa

, H

araa

man

aa

22

Haraa mana Alawaada keessa bahani, falittii Horii, Hafitee

mindhaan akka boqqooola, Muuzii, fi baala kuduraaf muduralee

adda addaa irra dikee uumammaa naanno manaatti hojachuun

nidanda’ama.Kun immoo omisha buna waggadha waggaatti

dabalu danda’a

Page 27: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Mana alawaada keessaa Daara fudhachuudhan keesssaatti firfirsuu, kun albuuda nyaata bunaa gaari

jedhamu offi keessaa qabaa, kan akka Potassium, Calcium, Sodium and Magnesium.

Mana alawaada keessaa Daara fudhachuudhan

Dikee qopha’aa jiru gubbaa isaatti Doqee looniif biyyoo gubbaa irraatti naquu barbachisa. Yoo haala

kanaan qopha’ee albuuda nyaata hundee bunaa gaari ta’a.

Bulc

his

a X

uri

i, B

alifaa

, H

araa

man

aa

23

Haraa manaa Alawaada

Dikee qopha’a jiru baayifachuuf toofitaa

ka’ameen walirraatti tuuludha (ittidebeseni tuulu

keba)..

Dikee qopha’a jiru baayifachuuf toofitaa

ka’ameen walirraatti tuuludha, kanaa malee

turban lamma booda dikee gagaragaluudhan

yeroo qophii isaan itti dika’u gabaabisuudhan

dikee gaari ta’ee qopheesun nidanda’ama.

Dikee keessa isaa baayee ooinaa waan qabuuf

kessaa isaa kanaa to’achuuf mukaa deera

keesssaatti suuqu barbachisa isaan to’achuuf.

Dikeen haala kanaan qopha’ee ji’aa 2 irra

hangaa 3 keessaatti bilichatee hojii irra oluu

danda’a. kun immoo omisha buna fooyyesa.

Qolaa buna

Page 28: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu

Boqqannoo 7

Bishaan qulquluu dhiyeesuufin dirqama

Hojetan yeroo naannoo hojii keessaa jiratee naannoo hojjii isaa saan keesssaatti, hojjetaa

seera bulchisa hojetootatin Eegachuudhan bulchun dirqama.

Ijoolee Mana Barumusa keesssaatti

Ijoolee umrin isaan 15 gaddi ta’ee hojjachiisun Dhorgadha, “Dirqama Ulaagaadha.”

Hunachisa:

Naa

nno

o H

ojji

Ho

jeta

af M

ijaa

Go

dhu

24

Bishaan Dhugaatti ta'ee kan qamaa isaa itti qulqulinaa eegatuu Naannoo hojjii keesssaatti hojjetaaf dhiyeesu ykn jirachun isaa dirqma.

ijooleen yoo maatti isaan gargaran ta’ee yeroo mana barumusa hinjireefi yeroo boqqannoo isaa qofa ta’uu qoba.kanaa malee ijooleen hojjii olifaata ta’ee hojjachu hinqaban.

Page 29: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin

Bulchinsa QonnaaBoqqannoo 8

Bulc

hin

sa Q

onnaa

Karoora

Qajeelifamootaa asi keesssaatti bahee hundaa hojjii irraa olichuun dirqama. Hojjii kanaa immoo

raawwachuuf gosaa hojjii irraattii karoorifachun hojjii dura hojjatamuudha. Kanaafuu gosaa hojjii,

yeroo hojjii, fi abba hojjii kanaa raawwatuu ramadudhan hojachun dirqama.

Bifaan Qorichaa yoo jiratee,

Dikee, ittifayyadama Xaa’oo Namaan hojjatamee

Mukaa, Margaa, Biqiltoolee,

Omisha sassabuun,

Leenjii hoetootaaf ta’ee Qote Bulaaf kennuun dirqama.

Ragaalee qabachu, yeroo hojetan qaxaramu, Ragaalee,

Waligaltee, qabachu

•••

Maasa iddoo isaa ragaan bareefachu

qabachu

Guyyaa itti raawwatamee bareefaman

qabachu.

Maqaa Omishaa bareefaman qabachu.

Baayina Maasa barun qabachu

Ittifayadama Xoo’aa, Qoricha barun

qabachu.

Ogeessaa Hojjii kan raawwatee barun

qabachu.

Meeshaalee hojji kanaaf oolan baruun

qabachu.

Bareefamaa Qorichaaf Xaa’oo

Naman hojetamuuf barbachisu.

Guyyaa leenjii itti raawwatamee

Gosaa leenjiin itti kennamee

Maqaa leenjisaafi

barumusaa isaa.

Hirmatoota leenjii, gahee isaan,

mallattoo isaan

Leenjii Hojjetaata Keessaatti

raawwatamu ragaan barun

barbachisu

•••••

Guyyaa itti qacaraman

Maqaa hojetaa, ogumaa isaa,

barumusa isaa

Gosaa hojjii itti qacaramee

Sa’aa meeqa guyyaatti akka

hojjetau kan ibsu

Mindaa isaa Kan barun ibsuu

Hojetoota Qacaraman jiran

ragaaleen \barun jirachuu qabau.

••

•••

25

•••

Gosaa hojjii Yeroo hojjin fudhatu,

Abbaa Raawwatu,( raawwachisu).

Karoora keesssaatti Ragaa

maali bareefamu qaba

Ragaalee Bareefaman QindeefachuGosaata hojjii ergaa qindayee booda, ragaalee

baruudhan bareefamee qindayu barbachisa. Kun

immoo toofitaa karoora hojji keenyaaf gosoota hojjii

keenya keesssaatti hojjiin ilaalaman hojatamun isaan

dirqama.

Hojii Gosan erga Karoorifameen booda, Suuri

maasiif iddoo hojjiin ittiraawwatamu ni-

barbachisa. Suuraa Maasi ittifayadamuudhan

iddoo lolaan, biqiltuun mukaa, Bosonaa,

Bishan caffaa jiru addaan baasudhaan hojii

Eegumusa Biyyoof bishan keesssaatti

hojjachu, dhaabuuniif Eegumusi akka

Godhamuuf Ragaadhan adda baasun

dirqama.

Page 30: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin
Page 31: Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti Gaggeefamu/Raawwatamu Implementation... · Seensaa Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu hundii waliin