bu'aa inni guddaan yeroo dha

2
Hennepin County iitti akkaataa itti tajaajila kenninu jijjiiruudhaan jiraattootni yeroo kamiyyuu, bakka kamittiyyuu nu qunnamuu ykn hirpha ofii haromsuu ni danda'u. Irra guddaa, namoonni bilbilaan ykn Intarneetaan nu quunnamuu ni danda'u, kanaafuu gara waajjira kaawontii dhaquun barbaachisaa miti. Filmaata danuu, filamaata caalu dhiyeessuu Jireenyi ko'eessa. Sababiin yeroo fi bakka kaawontii qofaatiif mijatu eeguun barbaachisuuf hin jiru. Sarara irraan Iyyadhu Hirpha Dinagdee: MNbenefits.org Hirpha nyaataa, maallaqaa, hatattamaa, deggersa eegumsa daa'immanii fi tumsa manaa dabalata. Eegumsa fayyaa: MNsure.org Odeeffannoof ykn gargaarsaaf nuuf bilbili. Hojjetoota gaaffiilee kee deebisuuf qophii taayanii fi iyyannoo kee guutuu si gargaaruu danda'an ni qabna. Bilbila deebisuuf kan argamnu Wiixata - Jimaata, 8 a.m. to 4:30 p.m. , lakk 612-596-1300. Dookimantii Olgalchi Asitti olgalchi MNbenefits.org Email [email protected] Faaksii 612-288-2981 Xalayaa erguuf Hennepin County Human Services Dept. at P.O. Box 107 Minneapolis, MN 55440 Filmaatni kunniin cufti yoo siif hin mijjanne, saanduqi kan dookimantii keessa buusaan Wiirtuu Tajaajila Namoomaa (Human Service Center) maratti ni argama. Bu'aa inni guddaan yeroo dha.

Upload: others

Post on 14-Apr-2022

2 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Bu'aa inni guddaan yeroo dha

Hennepin County iitti akkaataa itti tajaajila kenninu jijjiiruudhaan jiraattootni yeroo kamiyyuu, bakka kamittiyyuu nu qunnamuu ykn hirpha ofii haromsuu ni danda'u. Irra guddaa, namoonni bilbilaan ykn Intarneetaan nu quunnamuu ni danda'u, kanaafuu gara waajjira kaawontii dhaquun barbaachisaa miti.

Filmaata danuu, filamaata caalu dhiyeessuu Jireenyi ko'eessa. Sababiin yeroo fi bakka kaawontii qofaatiif mijatu eeguun barbaachisuuf hin jiru.

Sarara irraan IyyadhuHirpha Dinagdee: MNbenefits.orgHirpha nyaataa, maallaqaa, hatattamaa, deggersa eegumsa daa'immanii fi tumsa manaa dabalata.

Eegumsa fayyaa: MNsure.org

Odeeffannoof ykn gargaarsaaf nuuf bilbili.Hojjetoota gaaffiilee kee deebisuuf qophii taayanii fi iyyannoo kee guutuu si gargaaruu danda'an ni qabna. Bilbila deebisuuf kan argamnu Wiixata - Jimaata, 8 a.m. to 4:30 p.m. , lakk 612-596-1300.

Dookimantii Olgalchi

• Asitti olgalchi MNbenefits.org• Email [email protected]• Faaksii 612-288-2981• Xalayaa erguuf Hennepin County Human Services

Dept. at P.O. Box 107 Minneapolis, MN 55440

Filmaatni kunniin cufti yoo siif hin mijjanne, saanduqi kan dookimantii keessa buusaan Wiirtuu Tajaajila Namoomaa (Human Service Center) maratti ni argama.

Bu'aa inni guddaan yeroo dha.

Page 2: Bu'aa inni guddaan yeroo dha

Tajaajjila wayyu duraa gufuu kaasuu Daangessi COVID-19 waanti inni nuuf mirkaneessee jiru jiraattoota irra osoo baa'aa geejjibaa, eegumsa daa'imannii fi hojii irraa ooluu hin kaahin dantaa isaanii akka kennuu dandeenyuudha. Erga MNbenefits Hennepin County dhaan Fulbaana 2020 banameen asitti:

• Nammota 15,000 Iyyaannoo marsariitii MNbenefits fayyadamuun iyyata hirpha dinagdee galfatani jiru• Daqiiqaa 12 yeroon giddu galeessaa iyyaanno kana guutuuf fudhatu wayita ta'u, akkaataan dur ittiin

guutamu saniin yoo wal bira qabnee ilaalle sa'a tokkoon ol kan fudhatuu ture.• Yeroon giddu galeeysaa tajaajjila bilbilaa daqiiqaa 3 gadi.

Waa'ee mudannoo isanii jiraattoota gaafattaman keessaa:

• 99% tajaajila dijiitaalaa hirpha dinagdeetti gammadoo ta'uu isaa ibsanii jiru• 82% jiraatotni gaafataman ammoo tajaajila bilbilaan argataniitti akka gammadan ibsani jiru.

Jiraatotaaf tajaajila isaan fedhan kennuu Jiraattootni maal akka jedhan:

” Filmaanni qamaan wal argamaleessi kan guyyaa fi yeroo hin dangeffamne jirachuu isaatti ani galatan qaba. Dandii abdii jireenyaa kanaaf galatoomaa!"

“Ani 76 ammoo iyyata kana rakkoo tokko maleen xumuree galche. Fayyadamtootaaf salphaadha … barreffama danuu bita namatti galu hin qabu.”

“Waanti hundi dansaa fi salphaa fi gabaabadha..”

“Dhugumaan, yeroo tare caalaatti yeroo kana keessa iyyata galfachuun hedduu salphaa ta'era."

“Gracias por las preferencias en Español.” Filannoolee kanaaf galatoomaa Ispaanishiin

hennepin.us/economic-supports