bulchinsa wabii nyaataa fi kunuunsa uumamaa · 2017. 1. 19. · karoora guddinaaf...

1
Madda: Senbeto, T. et al., forthcoming. “Social-ecological system properties for food security and biodiversity” Factsheet Nr. 5, 8 September 2016 Odeeffanno dabalataaf Prof. Joern Fischer, Leuphana, Germany Email: [email protected] Web: http://foodandbiodiversity.wordpress.com/ Bulchinsa wabii nyaataa fi kunuunsa uumamaa Wabii nyaataa mirkaneessu fi kunuunsi qabeenya uumamaa karoora guddinaaf tiraansformeeshinii (KGT) biyyattii keessaatii ciminaan raawwatamaa jira. Haluuma Kanaan walqabatee goodina Jimmaa, aanaawwan sadii (Gumaay, Geeraa fi Saxammaa) keessatti qoranno gaggessa turreerra. Qoranno kanaaf marii uummataa 24 (gandoota 6 kessatti) fi walumaa galatti sadarkaa gandaatii kaasee hanga federaalaatti waajjiraalee 200 ol tahan haasofsiifneerra. Akka qorannoon kun ibsuttii, wabiin nyaataa fi kununsi uumamaa foyyahaa akka dhufe ibsameera. Sababiin foyya’insa wabii nyaataas: 1. Omishni midhaanii dabaluu. 2.Tajaajilli eksteenshinii qonnaa foyyahuu. 3. Babal’achuu tajaajilawwan kan akka waldaa hojii gamtaa, eksteenshinii fayyaa fi barnootaa. 4. Hubannoon uummataa foyyahuu fi jijjirama ilaalchaa. 5. Jijjirama qonnaa gara omisha gabaan durfamuu dha. Haluma walfakkaatuun, sababa cimina eegumsa bosonaa, fooyyahu hubannoo uummataa fi fayidaa bosanaa irraan kan kahee haalli qabeenya uumamaa foyyahaa akka dhufe ibsameera. Haatahu malee foyyahinsa kana daran cimsuuf qabxiwwan armaan gadii xiyyefachuun barbaachissaa dha. Qindoominni waajjiraalee seektaroota wabii nyaataa fi seektaroota kununsa qabeenya uumamaa giddu jiruu laafaa tahuu hubatameera (fakkenyaaf hariiroon biiroo qonnaa fi intarpraayizii bosonaa fi bineensa bosonaa Oromiyaa jiddu jiru laafaa tahuu ibsameera) Hariiroon aanaalee addaa addaa jidduu jiru gama wabii nyaataa fi kununsa qabeenya uumamaa daran laafaa akka tahe hubatameera. Haluma walfakkaatuun, walqunnamtiin gandoolee adda addaa jiddu jiru heedduu laafaa dha. Fedhiin uummataa fi tajaajilli seektaroota mootummaa bakka addaa addaatti walsimachuu dhabuu. (fakkenyaaf, itti fayyadama xaa’oo, itti fayyadama lafaa, fi eegumsa bosonaa wajjin walqabatee fedhiin waldhabuun ni argama) Tajaajilli gama seektara mootummaatiin kennamu garaagarummaa qonnaanbultoota giddu jiru hubachu dhabuun ni mul’ata (fakkenyaaf qotee bulaa harka qalleeyyii fi adda duree bakka tokkotti ilaaluu) Haallii karoorrii fi raawwiin seektarootaa walitti bu’u akka jiru hubatameera (fakkenyaaf raawwii biiroo lafaa fi eegumsa naannoo, biiroo investimantii fi intarpraayzii bosonaa fi bineensa bosonaa Oromiyaa jiddu wal simachu dhibun ni mul’ata). Dhaamsa ijoo Akkuma wabiin nyaataa fi kununsi uumama foyyahaa dhufe, kenninsi tajaajilaa adda addaas foyyahaa dhufeera Haata’uyyu malee qindoominni seektaroota adda addaa giddu jiru daran cimuu fi jabaachuu qaba. Karoorrii fi raawwiin misoomaa kamiyyu garaagarumma uummata giddu jiruu fi garaagarumma bakkewwan adaa addaa giddu jiru sirritti xiyyefachuu qaba. Yaada cuunfaa

Upload: others

Post on 27-Oct-2020

40 views

Category:

Documents


1 download

TRANSCRIPT

Page 1: Bulchinsa wabii nyaataa fi kunuunsa uumamaa · 2017. 1. 19. · karoora guddinaaf tiraansformeeshinii (KGT) biyyattii keessaatii ... foyyahuu. 3. Babal’achuu tajaajilawwan kan akka

Madda: Senbeto, T. et al., forthcoming.

 

“Social-ecological system properties for food security and biodiversity” Factsheet Nr. 5, 8 September 2016  

Odeeffanno dabalataaf Prof. Joern Fischer, Leuphana, Germany • Email: [email protected] • Web: http://foodandbiodiversity.wordpress.com/

               

Bulchinsa wabii nyaataa fi kunuunsa uumamaa

  Wabii nyaataa mirkaneessu fi kunuunsi qabeenya uumamaa karoora guddinaaf tiraansformeeshinii (KGT) biyyattii keessaatii ciminaan raawwatamaa jira. Haluuma Kanaan walqabatee goodina Jimmaa, aanaawwan sadii (Gumaay, Geeraa fi Saxammaa) keessatti qoranno gaggessa turreerra. Qoranno kanaaf marii uummataa 24 (gandoota 6 kessatti) fi walumaa galatti sadarkaa gandaatii kaasee hanga federaalaatti waajjiraalee 200 ol tahan haasofsiifneerra. Akka qorannoon kun ibsuttii, wabiin nyaataa fi kununsi uumamaa foyyahaa akka dhufe ibsameera. Sababiin foyya’insa wabii nyaataas:

1. Omishni midhaanii dabaluu. 2.Tajaajilli eksteenshinii qonnaa foyyahuu. 3. Babal’achuu tajaajilawwan kan akka waldaa hojii gamtaa, eksteenshinii fayyaa fi barnootaa. 4. Hubannoon uummataa foyyahuu fi jijjirama ilaalchaa. 5. Jijjirama qonnaa gara omisha gabaan durfamuu dha. Haluma walfakkaatuun, sababa cimina eegumsa bosonaa, fooyyahu hubannoo uummataa fi fayidaa bosanaa irraan kan kahee haalli qabeenya uumamaa foyyahaa akka dhufe ibsameera. Haatahu malee foyyahinsa kana daran cimsuuf qabxiwwan armaan gadii xiyyefachuun barbaachissaa dha.

• Qindoominni waajjiraalee seektaroota wabii nyaataa fi seektaroota kununsa qabeenya uumamaa giddu jiruu laafaa tahuu hubatameera (fakkenyaaf hariiroon biiroo qonnaa fi intarpraayizii bosonaa fi bineensa bosonaa Oromiyaa jiddu jiru laafaa tahuu ibsameera)

• Hariiroon aanaalee addaa addaa jidduu jiru gama wabii nyaataa fi kununsa qabeenya uumamaa daran laafaa akka tahe hubatameera. Haluma walfakkaatuun, walqunnamtiin gandoolee adda addaa jiddu jiru heedduu laafaa dha.

• Fedhiin uummataa fi tajaajilli seektaroota mootummaa bakka addaa addaatti walsimachuu dhabuu. (fakkenyaaf, itti fayyadama xaa’oo, itti fayyadama lafaa, fi eegumsa bosonaa wajjin walqabatee fedhiin waldhabuun ni argama)

• Tajaajilli gama seektara mootummaatiin kennamu garaagarummaa qonnaanbultoota giddu jiru hubachu dhabuun ni mul’ata (fakkenyaaf qotee bulaa harka qalleeyyii fi adda duree bakka tokkotti ilaaluu)

• Haallii karoorrii fi raawwiin seektarootaa walitti bu’u akka jiru hubatameera (fakkenyaaf raawwii biiroo lafaa fi eegumsa naannoo, biiroo investimantii fi intarpraayzii bosonaa fi bineensa bosonaa Oromiyaa jiddu wal simachu dhibun ni mul’ata).  

Dhaamsa ijoo § Akkuma wabiin nyaataa fi kununsi uumama foyyahaa dhufe, kenninsi tajaajilaa adda addaas foyyahaa dhufeera § Haata’uyyu malee qindoominni seektaroota adda addaa giddu jiru daran cimuu fi jabaachuu qaba. § Karoorrii fi raawwiin misoomaa kamiyyu garaagarumma uummata giddu jiruu fi garaagarumma bakkewwan adaa addaa giddu jiru

sirritti xiyyefachuu qaba.

Summary  

→ Yaada cuunfaa  

Summary