guyyaa ayyanaa wbo german magalaa nurenberg … · web viewguyyaa ayyanaa wbo german magalaa...

6
Guyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee. Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti haala ho'aa fii onnachiisaa ta'een Ammajjii 9, 2016 kabajamee olee. Ayyaana kana irrati keessummaan kabajaa J/ Dr Shugux Galataa,,J/Aster Gamada,Dr. Alamayo Biru,Dr.Tasfaye Ragassa,Obbo Getachew Camadaa bakka irratti argamanitti kabajamee oolee jira. Akkasumas hawaasni Oromoo, Dargagoon, Qeerroon, fii Miseensonni TBOJ caayaa ABO Jarmaan keessaa jiraatan bakka argamanitti kabajamee oolee jira. Dhimmaa haala kabajaa guyyaa WBO itti dabalataan Uumataa Oromoo nanno Germaan fi Germaan keessatti argaamaan kumataaman kan lakawamaan irra qoodaa fudhachuun haala o´aa fi midhagaa taheen kabajamee olee jira. Ayyaa na kana irratti waa'een Barbachisumaa qabsoo

Upload: vutu

Post on 18-Apr-2018

224 views

Category:

Documents


1 download

TRANSCRIPT

Page 1: Guyyaa ayyanaa WBO german magalaa nurenberg … · Web viewGuyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee. Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti

Guyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee.

Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti haala ho'aa fii onnachiisaa ta'een Ammajjii 9, 2016 kabajamee olee. Ayyaana kana irrati keessummaan kabajaa J/ Dr Shugux Galataa,,J/Aster Gamada,Dr. Alamayo Biru,Dr.Tasfaye Ragassa,Obbo Getachew Camadaa bakka irratti argamanitti kabajamee oolee jira. Akkasumas hawaasni Oromoo, Dargagoon, Qeerroon, fii Miseensonni TBOJ caayaa ABO Jarmaan keessaa jiraatan bakka argamanitti kabajamee oolee jira. Dhimmaa haala kabajaa guyyaa WBO itti dabalataan Uumataa Oromoo nanno Germaan fi Germaan keessatti argaamaan kumataaman kan lakawamaan irra qoodaa fudhachuun haala o´aa fi midhagaa taheen kabajamee olee jira.

Ayyaana kana irratti waa'een Barbachisumaa qabsoo hidhanoo, Jarmiyaa fi qabsoo, demsaa QBO ABOn hoganamuu halaa yeroo amma keessaa jiru, ijarsaa jarmiyaa jarmaan keessaa jiruu fi kooluu galtumaa, akkasumaas yakka duguuginsa sanyii mootummaan TPLF ummata keenya irratti raawwachaa jiruu fii badiinsa biyya keenya irraan gahaa jiru ibsii bal´aan kenamee jiraa. Badii wayaneen Uummataa oromoo irran gahaa jirtuu kana irratti hirmatotaa keessatti gaddaa guddan kan itti dhagahamee fi furmaanii sabaa

Page 2: Guyyaa ayyanaa WBO german magalaa nurenberg … · Web viewGuyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee. Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti

Oromoof tahuu qabsoo itti cichuu qofaa akka tahee hubatanii jiruu, akkasumas hirmatonii gadda itti dhagahame ibsatanii jiru.

Itti dabalataanis injifannoo argamanii fi hiri'ina qabsoo keenya keessa jiru erga hubatameen booda gargaarsa ykn gumachaa maallaqaa yuroo

Page 3: Guyyaa ayyanaa WBO german magalaa nurenberg … · Web viewGuyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee. Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti

13,534.44 battaluma sanatti busuu irra darbee yeroo dhaabbataa taheen akka gargaarissa wali irraa hincinne godhan murteessamee jira.

Gara fuulduraattis immoo akka barbaachisaa ta'etti qaamaanillee dirree waraanaa deemanii, WBO cinaa dhaabbatanii lolanii biyya abbaa keenyaa badiinsa irratti rawatamaa jiruu kana jalaa baasuufi muraannoo akka qabani agarsiisanii jiru.

Page 4: Guyyaa ayyanaa WBO german magalaa nurenberg … · Web viewGuyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee. Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti
Page 5: Guyyaa ayyanaa WBO german magalaa nurenberg … · Web viewGuyyaa ayyanaa WBO German magalaa Nurenberg Amajjii 09.01.2016 kabajamee. Guyyaan WBO magaalaa Nurenberg, Germany keessatti

Barrii kun Kan Bara Xummura abbaa irree, kan injifannoo , bilisummaa fi Bara Walabummaa Oromiyaa itti mirkaneeffattu akka ta’uu hawwii keenya ibsina. Dhumaa irrattis gumaachii kun yerroo yerro dhan kan itti fufuu tahuu isaa hirmatoon waal gahii sagalee tokkon waali galaanii jiruu.